Macaafa Qulqulluu Eenyutu Barreesse | Edge RELIABLE |
Barreessitoonni kun yeroo, bakka fi haala adda addaa keessatti yoo barreessanillee, ergaan Macaafa Qulqulluu guutuu tokkummaa qaba. Kun immoo abbaan barreeffamichaa inni guddaan Waaqayyo ta'uu isaa mirkaneessa. Gabaabaatti, Macaafni Qulqulluun namoota 40 ta'aniin kan barreeffame yoo ta'u, abbaan barreessise garuu Waaqayyoodha
Ergamoota fi gaggeessitoota waldaa jalqabaa turan, xalayaalee gaggabaaboo barressan. Walumaagalatti macaafa qulqulluu eenyutu barreesse